LABSA WARAANA BILISUMMAA OROMOO (Irra deebiin kan maxxanfame)
LABSA WARAANA BILISUMMAA OROMOO(Irra deebiin kan maxxanfame) Akeekaa fi Kaayyoon Waraanni Bilisummaa Oromoo ijaarameef ifaa dha. Innis Bilisummaa fi Walabummaa Saba Oromoo kan boortaan sarbame...
View ArticleOfii hirkoo qabatee
Ofii hirkoo qabateegubbanatti na laateedhuga jiru dhoksiteesoban na bokoksiitee gafiin si gafadheeBakka itti sif laadheejettee na sobuun keegaariin amaala kee xura’aa laqqateekarara erga kaateedharri...
View ArticleAti oonnee kootii
Ati oonnee kootii tamsastu dhiiga kooati somba kootihoggantuu hafura koo sin ergan jaallaadhewaan hedduun dagadheegiddii dhuman ta’amarruman qabadhee guutuma jirenyaakuno na dhunfatteano midhameeraega...
View ArticleSoba maltu fidee
Soba maltu fideewalii gadii fiddeena go’omsuu yaaltasobaf kara laattaa mee amalli barataakafana fakkataagara boore in qabneenama waaqa in beeknee yookiin waaqa hin sodattusaafuu hin raajattugaram...
View ArticleRoobni waqtii arfaasaa
Roobni waqtii arfaasaa itti roobee akkaburqaa baddeessaa jalaa ganamaa fi galgalamirgisee taalila burquutti burqaanjaalalaa kee keessaa kooti burqa. Dirri oonnee koo keessa koottiakka ooyiruu arfaasaa...
View ArticleGubaa jaalala kee
Gubaa jaalala keemiira koo na waadeeJechaan ibsuuf jechaawaan hedduusa yaadeeSammuu kootin ooliQalbii na hanqooqeeGitaaf Qixaa kee dhabeeBakka mara sooqee Qindeessee barreessuufJechaan nati...
View ArticleAddaan baasaa jennaan
Addaan baasaa jennaan didee nattii hammataGubaa jaalalaa keef lubbuun koo watwaataaLafeef dhuka kootti erga nattii galeeWaggaas lakkofsisee ooleera bubbuulee Miira koo dhuunfaatee addeessuun...
View ArticleGuyyaan ati yeroo jalqabaaf
Guyyaan ati yeroo jalqabaaf jalqaba nagaa na gaffattee eda jechuun 26/06/2011 galgala keessaa saa 2:30tti tilmaamaan guyyaan kun anaaf si gidduutti akka waxabajjii 16/2010tti Guyyaa tokkummaf jaalalaa...
View ArticleUruurseen raffisaa onnee koo madoofte
Uruurseen raffisaa onnee koo madoofteGuyyaa dhufee darbuu si arguu yaaddatteeJaalalaa maraatan erga ati na dhoofteeLubbuun koo gaggabdee ofuma wallaltee Sin jaalladhee maleeHomallee in wallalleeSi...
View Articleyyaa gara waaree
Guyyaa gara waareelapheerra ol na aareeHalkaan gara waariihubadhuu naaf barii Irriballee in qabuusuuraa keen dubbisaaBoqonnaallee in qabuuwaa’ee kee barreessaa Araada homaa in qabuBunaa qofaan...
View ArticleThe best part of my day is your smile.
The best part of my day is your smile.Being with you is the easiest choice Ihave ever made, and I’m so lucky I get tomake it every day.I love you more every day.I love your honesty, your passion,...
View Articleweerara hamma malee
weerara hamma maleeerga narraa geesseeQamni koo gar-maleeWaan hundaas dandesse Maal maalan si godheebadiin koos mayinniiwaan hunda siif baddeelaafinni koos mayinnii Jaalalaa wayyaa jedheemataa itti...
View Articleseeqee na seeqsisaa kolfaa
seeqee na seeqsisaakolfaa garaa duubaaSobee na naasiisaaTaphaa garaa gubbaaWanta hundee in qabnefyeroo koo kan gubdeeWanta dhaabbii in qabnefMaaf lubbuu koo hubdee Kan jijjiirraa in qabneeKeessaa...
View ArticleDhibbaaf kumaa keessaa
Dhibbaaf kumaa keessaaFoolii kee in wallalluuBakka mara geessaaMaalin sin madaaluu Uumaa koon gadittiiBakka waan hundattiiAn sumaan abdadhaaSumaanan dadhaadhaHundarraa caalchiseeBakka waan...
View ArticleAti anaaf addaa
Ati anaaf addaaHiikumti maqaa keeYeroo ittii yaaduuGaariin amaala keeJechaa ol ta’eeQalbii nama hanqooqaaAkkannii itti si uumeeSaafuu hojii waaqaa Rifeensaa mataa keeHangaa qeensaa millaaDhiiri si...
View Articlesoonaan jaalalaa
soonaan jaalalaa keeguddaa natti argamaana jaalladhu sin in jedhuadaraa dirqamaaoonneen dhiigan hojjettasombii qillensaniirabbii walitti nu haa fiduukaraa in beekaminniihalkaan abjuu keessaayaada keen...
View ArticleJaal Marroo Fala roorroo!
Jaal MarrooFala roorroo! ____________Jaal Marroo dhaloota Qeerroo Bilisummaa Oromoo Fincilli Diddaa Garbummaa miixatee dhale Hangafoota keessa isa tokko. Marroon ilmi sabaa kun barnoota sadarkaa...
View ArticleTHE ECONOMY
THE ECONOMY Potentially, Oromia is one of the richest countries in Africa. Agriculture is the backbone of its economy. Still employing archaic methods, subsistence agriculture is the means of...
View ArticleTHE LAND
THE LAND The country of the Oromo is called Biyya-Oromo (Oromo country) or Oromia (Oromiyaor Oromiyaa). Oromia is a name given by the Oromo Liberation Front to Oromoland, now part of the Ethiopian...
View ArticleRELIGIONS
RELIGIONS There are three main religions in Oromia: traditional Oromo religion, Islam and Christianity. Before the introduction of Christianity and Islam, the Oromo people practiced their own...
View Article