Quantcast
Channel: OROMP4 Studio
Browsing latest articles
Browse All 117 View Live

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Abbichuu [Mucaa]

Abbichuu [Mucaa] – Abbichuun kan dhalate godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Warra Jaarsoo naannoo Dhaayee Sillaasee jedhamutti bara 1912 ture. Gosti Abbichuu ilmaan Tuulamaa sadeen kessaa Daaccii jalatti...

View Article


UUMMATA OROMOO KEESSATTTI SABONUMMA AKKAMITTIN JABEESSUUN DANDA’AMAA?

UUMMATA OROMOO KEESSATTTI SABONUMMA AKKAMITTIN JABEESSUUN DANDA’AMAA? Boonsa Caalchisa irraa Sabonuuf diina uffiira rukkuuchuu danda’uu barbaachisadhaa. Namooni baayyeen hidhaamu, reebamuu… booda ni...

View Article


Biyyakoo Oromiyaa

Biyyakoo Oromiyaa yaa haadha uummata hedduu Lammii sabakeetiif tokkkummaan kan yaadduu Teessumni lafakee nama kan hawwatuu Ana qofa miti hunduu si jaallatu Seenaan sin dagatu waa’ee kee qorataa Lammiin...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Nadhii gammadaa

Nadhii Gammadaa     ARVE Nadhii Gammadaa (1955-) qabsaawaa mirga Oromoo fi miseensa ABO ture. Nadhii Gammadaa bara 1993 keessa bakka buutensaa kan dhabame yoo ta’u du’uu ykn mana hidhaa jiraachunsaa...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

seena elemoo qilxuu

Seenaa Goota Oromoo Jaal Elemoo Qilxuu    Qabsoon bilisummaa ummata Oromiyaa, arra sadarkaa if duuba hin-deebinee fii abdachiisaa geeysee jirti. Dhuma bara 2015 irraa kaasee hamma yoonaatti, lammiin...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Itoophiyaan imala jijjiiramaa irra…?

    Itoophiyaan imala jijjiiramaa irra…?       Baay’ee kan dubbifame 1Filamuu Dr. Abiy Ahimad irratti miidiyaaleen hawaasummaa fi kanneen biroo maal jedhan 2Yamaniin waancaa Eeshiyaatif kan gahe...

View Article

Embedded Video & Live Video Player

View Article

Embedded Video & Live Video Player

Step 3: Place this code wherever you want the plugin to appear on your page.   Amazing obbo lammaa magarsaa oromo tahuu barbaadumoo akka oromoon isaan tahu barbaadu 2018 Posted by Gadaa Hunde on...

View Article


POETRY AND SHORT STORIES

Qabsoo Oromoo erga gaafa Oromoon cabee diina jala galeetii xawaalwaallummaan siyaasaa baduurraa dhaloota adhalootatti akka riqichaa walii daandii tahee as gahe. Osoo hin cabin haallii akkasii karaan...

View Article


IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO)

Hagayya 2, 2015 IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO) Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee gabroomfattoota Habashaa jalatti bulee hinbeeku. Ummanni...

View Article

Abbaa Gadaa Dabbasaa Guyyoo

  Step 3: Place this code wherever you want the plugin to appear on your page.   Dabbasaa Guyyoo Saffarroo – Keenyaa keessatti as buuten dhabame dhabasaa Dabbasaa Guyyoo Saffaroo maanguddoo dhalataan...

View Article

Namni ija takka qabu cirrachaan hin taphatu!

  ARVE SABBOONUMMAA: Barruu kaleessaa katabe Osman Abdulatif sagaleetti jijjire. Galatoomi   Haasaan Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad dhimma sabboonummaa Oromoo irratti kaase waan laaftutti laallee...

View Article

Aadaan calaqqisiistuu

Seensa Aadaan calaqqisiistuu maalummaa Uummata tokkooti. Uummatni tokko  aadaa isaa keessaa saboota birootti, namoota birootti ykn naannoo birootti mul’ata; ibsama, darbees beekama. Dhugaa ifa galeessa...

View Article


Tarree Mammaaksa Oromoo

Tarree Mammaaksa Oromoo Kan akka fardaa nyaatu gaafa akka namaatti nyaate du’a. Garaacha dheedhii garaatti beeki. Midhaan warra raatuu bona bona nyaatu. Haadha hinqabdu hakkoof boossi. Keessumaa...

View Article

Elementor #4578

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Oromiyaa

OROMIA AND THE OROMO PEPOLE Intorducing Oromia and the Oromo People Country: Oromia (also phonetically spelled as Oromiyaa)Area: 600,000 sq.km approx.Capital: Finfinnee (also called Addis...

View Article

Human Rights Watch: Ethiopian War Crimes in the OGADEN region

ARVE

View Article


Human Rights Watch | Leslie Lefkow comments on the Ethiopia Ogaden Crisis

ARVE

View Article

Video

View Article

Video Maker OROMP4 Stuido

View Article

Siidaa H/Sillaasee New comedy2019

ARVE Siidaa H/Sillaasee New comedy2019

View Article


Comedy Gadaa Hunde Fii Soolan Abdi 2019

ARVE

View Article


Documentary calais Refugee oromoo 2019

ARVE

View Article

Dirama afaan oromoo Sukkare Gadaa Hunde fii Soolan Abdi 2019.mp4

ARVE

View Article

Best New Dirama Afaan oromoo Nuttis Hin Dhukaasinaa, Nuufis hin...

ARVE

View Article


Best New Dirama Afaan oromoo Nuttis Hin Dhukaasinaa, Nuufis hin...

ARVE

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Oromia and the Oromo People Photo

b54d63_086744271d1c435ebbaaeaf3515248de b54d63_086744271d1c435ebbaaeaf3515248de b54d63_a70cff5cb66f4d268a1e153d7de6d304 b54d63_a70cff5cb66f4d268a1e153d7de6d304 b54d63_fc9a1bd8d3014c02962096dad62d5dfc...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

THE LANGUAGE

THE LANGUAGE The Oromo nation has a single common mother tongue and basic common culture. The Oromo language, Afaan Oromoo or Oromiffa, belongs to the eastern Cushitic group of languages and is the...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

CULTURE

Oromo have a very rich culture, fostered by the size of the population and large land areas with diverse climatic conditions. One highly developed self-sufficient system which has influenced every...

View Article



THE CALENDAR

THE CALENDAR Time is a very important concept in Gadaa and in Oromo life. Gadaa itself can be narrowly defined as a given set of time (period) which groups of individuals perform specific duties in a...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

RELIGIONS

RELIGIONS There are three main religions in Oromia: traditional Oromo religion, Islam and Christianity. Before the introduction of Christianity and Islam, the Oromo people practiced their own...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

THE LAND

THE LAND The country of the Oromo is called Biyya-Oromo (Oromo country) or Oromia (Oromiyaor Oromiyaa). Oromia is a name given by the Oromo Liberation Front to Oromoland, now part of the Ethiopian...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

THE ECONOMY

THE ECONOMY Potentially, Oromia is one of the richest countries in Africa. Agriculture is the backbone of its economy. Still employing archaic methods, subsistence agriculture is the means of...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Jaal Marroo Fala roorroo!

Jaal MarrooFala roorroo! ____________Jaal Marroo dhaloota Qeerroo Bilisummaa Oromoo Fincilli Diddaa Garbummaa miixatee dhale Hangafoota keessa isa tokko. Marroon ilmi sabaa kun barnoota sadarkaa...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

soonaan jaalalaa

soonaan jaalalaa keeguddaa natti argamaana jaalladhu sin in jedhuadaraa dirqamaaoonneen dhiigan hojjettasombii qillensaniirabbii walitti nu haa fiduukaraa in beekaminniihalkaan abjuu keessaayaada keen...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Ati anaaf addaa

Ati anaaf addaaHiikumti maqaa keeYeroo ittii yaaduuGaariin amaala keeJechaa ol ta’eeQalbii nama hanqooqaaAkkannii itti si uumeeSaafuu hojii waaqaa Rifeensaa mataa keeHangaa qeensaa millaaDhiiri si...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Dhibbaaf kumaa keessaa

Dhibbaaf kumaa keessaaFoolii kee in wallalluuBakka mara geessaaMaalin sin madaaluu Uumaa koon gadittiiBakka waan hundattiiAn sumaan abdadhaaSumaanan dadhaadhaHundarraa caalchiseeBakka waan...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

seeqee na seeqsisaa kolfaa

seeqee na seeqsisaakolfaa garaa duubaaSobee na naasiisaaTaphaa garaa gubbaaWanta hundee in qabnefyeroo koo kan gubdeeWanta dhaabbii in qabnefMaaf lubbuu koo hubdee Kan jijjiirraa in qabneeKeessaa...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

weerara hamma malee

weerara hamma maleeerga narraa geesseeQamni koo gar-maleeWaan hundaas dandesse Maal maalan si godheebadiin koos mayinniiwaan hunda siif baddeelaafinni koos mayinnii Jaalalaa wayyaa jedheemataa itti...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

The best part of my day is your smile.

The best part of my day is your smile.Being with you is the easiest choice Ihave ever made, and I’m so lucky I get tomake it every day.I love you more every day.I love your honesty, your passion,...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

yyaa gara waaree

Guyyaa gara waareelapheerra ol na aareeHalkaan gara waariihubadhuu naaf barii Irriballee in qabuusuuraa keen dubbisaaBoqonnaallee in qabuuwaa’ee kee barreessaa Araada homaa in qabuBunaa qofaan...

View Article


Uruurseen raffisaa onnee koo madoofte

Uruurseen raffisaa onnee koo madoofteGuyyaa dhufee darbuu si arguu yaaddatteeJaalalaa maraatan erga ati na dhoofteeLubbuun koo gaggabdee ofuma wallaltee Sin jaalladhee maleeHomallee in wallalleeSi...

View Article

Image may be NSFW.
Clik here to view.

Guyyaan ati yeroo jalqabaaf

Guyyaan ati yeroo jalqabaaf jalqaba nagaa na gaffattee eda jechuun 26/06/2011 galgala keessaa saa 2:30tti tilmaamaan guyyaan kun anaaf si gidduutti akka waxabajjii 16/2010tti Guyyaa tokkummaf jaalalaa...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Addaan baasaa jennaan

Addaan baasaa jennaan didee nattii hammataGubaa jaalalaa keef lubbuun koo watwaataaLafeef dhuka kootti erga nattii galeeWaggaas lakkofsisee ooleera bubbuulee Miira koo dhuunfaatee addeessuun...

View Article

Gubaa jaalala kee

Gubaa jaalala keemiira koo na waadeeJechaan ibsuuf jechaawaan hedduusa yaadeeSammuu kootin ooliQalbii na hanqooqeeGitaaf Qixaa kee dhabeeBakka mara sooqee Qindeessee barreessuufJechaan nati...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

Roobni waqtii arfaasaa

Roobni waqtii arfaasaa itti roobee akkaburqaa baddeessaa jalaa ganamaa fi galgalamirgisee taalila burquutti burqaanjaalalaa kee keessaa kooti burqa. Dirri oonnee koo keessa koottiakka ooyiruu arfaasaa...

View Article

Soba maltu fidee

Soba maltu fideewalii gadii fiddeena go’omsuu yaaltasobaf kara laattaa mee amalli barataakafana fakkataagara boore in qabneenama waaqa in beeknee yookiin waaqa hin sodattusaafuu hin raajattugaram...

View Article

Ati oonnee kootii

Ati oonnee kootii tamsastu dhiiga kooati somba kootihoggantuu hafura koo sin ergan jaallaadhewaan hedduun dagadheegiddii dhuman ta’amarruman qabadhee guutuma jirenyaakuno na dhunfatteano midhameeraega...

View Article

Ofii hirkoo qabatee

Ofii hirkoo qabateegubbanatti na laateedhuga jiru dhoksiteesoban na bokoksiitee gafiin si gafadheeBakka itti sif laadheejettee na sobuun keegaariin amaala kee xura’aa laqqateekarara erga kaateedharri...

View Article


Image may be NSFW.
Clik here to view.

LABSA WARAANA BILISUMMAA OROMOO (Irra deebiin kan maxxanfame)

LABSA WARAANA BILISUMMAA OROMOO(Irra deebiin kan maxxanfame) Akeekaa fi Kaayyoon Waraanni Bilisummaa Oromoo ijaarameef ifaa dha. Innis Bilisummaa fi Walabummaa Saba Oromoo kan boortaan sarbame...

View Article

Browsing latest articles
Browse All 117 View Live


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>