Quantcast
Channel: OROMP4 Studio
Viewing all articles
Browse latest Browse all 117

Kana Beektuu?

$
0
0
  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldala garbaa mormitee akka dhaabbatu kan goote biyya – Ispeenidha

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabbiin du’aa (death penality) akka hafu kan labsite biyya – Venezuweelaadha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf qarshii waraqaa irratti maxxansiifte biyya – chayinaa (song dynasty)

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf Teembira poostaa (post stamp) kan eegalte,biyya – Ingiliziidha.Maqaan Teembira kanaas “Penny Black” jedhama.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf humna ibsaa bishaan’rraa madduu kan eegalte – Noorweeyidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf dubartootaaf mirga filuu kan kennite – Niwzilaand dha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf bara 1954 gibira “VAT” (Value Added tax) eegalte – Faransaay dha..

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf bara1990 gurgurtaa kaarbonii (Carbon Tax) kan jalqabde – Finlandidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf sirna bulchiinsa dimookraatawaa eegalte Giriikiidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf warraaqsa warshaa (Industrial revolution) jalqabde- Ingiliziidha

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf alaabaa biyyoolessaa mataa ishee maxxansuu eegalte – Denmarkidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf Teknooloojii 3G beeksifte Jaapaani dha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf karoora qusanaa maatii hojii irra oolchite – Indiyaa dha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daandii baaburaa eegalte Ingiliziidha.

  • Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf bara 1957 saatalaayitii nam-tolchee gara baldheensa waaqaatti (hawaatti) furguggiste-Ruusiyaadha.Maqaan saatalaayitii sanaa Sputnik-1 -GK- jedhamti .


Viewing all articles
Browse latest Browse all 117

Trending Articles


Raayyaa abbaa Maccaa Part 1


IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO)


Namni ija takka qabu cirrachaan hin taphatu!


Jechoota Safuu


OROMUMMAA -> SABBOONUMMAA -> WAREEGAMA -> WALABUMMAA -> OROMOO


MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA :Kutaa 3ffaa


What is Cancer? - Oromo


WALALOO HAALA YEROO


Abbaa Gadaa Dabbasaa Guyyoo


Waaltina Afaanii!


seena elemoo qilxuu


AFAAN OROMOO


Mootummoota Oromiyaa durii keessaa



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>