Kana Beektuu?
Kana Beektuu? Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf daldala garbaa mormitee akka dhaabbatu kan goote biyya – Ispeenidha Biyyi addunyaa irraa yeroo jalqabaaf adabbiin du’aa (death penality) akka hafu...
View ArticleBarnoota Bu’uuraa
Barnoota Bu’uuraa:- Yaadaan bilshaachuufi beekumsa qabaachuun sochii hojii keenya guyyaa hundumaa keessatti baayi’ee barbaachisaadha.Dandeettii ogummaa erregaa( mathematics) qabaachuun ijoolleefi...
View ArticleHandhuraa
Handhuraa Cattle Borena Location:Yabello, Borena, Oromia, Ethiopia Handhuraan: horii Aabban ilmee kennu akka Aadaa Oromoo Booranaatti. Handhuuraa Oromoon durii qabdi. Addunyaan ammoo dhiyoo erga...
View ArticleWaaltina Afaanii!
Waaltina Afaanii! Afaan Oromoo erga afaan hojii mootummaa naannoo Oromiyaa ta’ee waggoota 25 ta’eera. Afaan kanaan waajjiraalee garaa garaa keessatti ittiin hojjetama jira.Kitaaboleen barnootaa ittiin...
View ArticleArticle 36
Biyyakoo Oromiyaa yaa haadha uummata hedduu Lammii sabakeetiif tokkkummaan kan yaadduu Teessumni lafakee nama kan hawwatuu Ana qofa miti hunduu si jaallatu (2) Seenaan sin dagatu waa’ee kee qorataa...
View ArticleJechoota Safuu
Jechoota Safuu Oromoon manni yoo gubate manni gubate hin jedhanni gabbate jedha malee. Oromoon dubartii takka yoo ulfoofte dubartiin ulfoofte hin jedhu garaatti hafe jedha malee. Nama dubartii nama...
View ArticleDhaloota Fincilaa
Dhaloota Fincilaa Ilmi Oromoo guyyaa mirgi abbaa biyyumaa isaa irraa mulqamee eegalee, didda inni yeroo adda addaan taasisu jabaataa deemuun isaa seenaan nu yaadachiisa. Qabsoo bilisummaaf godhamu...
View ArticleAbbichuu [Mucaa]
Abbichuu [Mucaa] – Abbichuun kan dhalate godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Warra Jaarsoo naannoo Dhaayee Sillaasee jedhamutti bara 1912 ture. Gosti Abbichuu ilmaan Tuulamaa sadeen kessaa Daaccii jalatti...
View ArticleUUMMATA OROMOO KEESSATTTI SABONUMMA AKKAMITTIN JABEESSUUN DANDA’AMAA?
UUMMATA OROMOO KEESSATTTI SABONUMMA AKKAMITTIN JABEESSUUN DANDA’AMAA? Boonsa Caalchisa irraa Sabonuuf diina uffiira rukkuuchuu danda’uu barbaachisadhaa. Namooni baayyeen hidhaamu, reebamuu… booda ni...
View ArticleBiyyakoo Oromiyaa
Biyyakoo Oromiyaa yaa haadha uummata hedduu Lammii sabakeetiif tokkkummaan kan yaadduu Teessumni lafakee nama kan hawwatuu Ana qofa miti hunduu si jaallatu Seenaan sin dagatu waa’ee kee qorataa Lammiin...
View ArticleNadhii gammadaa
Nadhii Gammadaa ARVE Nadhii Gammadaa (1955-) qabsaawaa mirga Oromoo fi miseensa ABO ture. Nadhii Gammadaa bara 1993 keessa bakka buutensaa kan dhabame yoo ta’u du’uu ykn mana hidhaa jiraachunsaa...
View Articleseena elemoo qilxuu
Seenaa Goota Oromoo Jaal Elemoo Qilxuu Qabsoon bilisummaa ummata Oromiyaa, arra sadarkaa if duuba hin-deebinee fii abdachiisaa geeysee jirti. Dhuma bara 2015 irraa kaasee hamma yoonaatti, lammiin...
View ArticleItoophiyaan imala jijjiiramaa irra…?
Itoophiyaan imala jijjiiramaa irra…? Baay’ee kan dubbifame 1Filamuu Dr. Abiy Ahimad irratti miidiyaaleen hawaasummaa fi kanneen biroo maal jedhan 2Yamaniin waancaa Eeshiyaatif kan gahe...
View ArticleEmbedded Video & Live Video Player
Step 3: Place this code wherever you want the plugin to appear on your page. Amazing obbo lammaa magarsaa oromo tahuu barbaadumoo akka oromoon isaan tahu barbaadu 2018 Posted by Gadaa Hunde on...
View ArticlePOETRY AND SHORT STORIES
Qabsoo Oromoo erga gaafa Oromoon cabee diina jala galeetii xawaalwaallummaan siyaasaa baduurraa dhaloota adhalootatti akka riqichaa walii daandii tahee as gahe. Osoo hin cabin haallii akkasii karaan...
View ArticleIBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO)
Hagayya 2, 2015 IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO) Ummannni Oromoo gabrrummaa jalatti erga kufee kaasee gaaf tokkollee tole jedhee gabroomfattoota Habashaa jalatti bulee hinbeeku. Ummanni...
View ArticleAbbaa Gadaa Dabbasaa Guyyoo
Step 3: Place this code wherever you want the plugin to appear on your page. Dabbasaa Guyyoo Saffarroo – Keenyaa keessatti as buuten dhabame dhabasaa Dabbasaa Guyyoo Saffaroo maanguddoo dhalataan...
View ArticleNamni ija takka qabu cirrachaan hin taphatu!
ARVE SABBOONUMMAA: Barruu kaleessaa katabe Osman Abdulatif sagaleetti jijjire. Galatoomi Haasaan Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad dhimma sabboonummaa Oromoo irratti kaase waan laaftutti laallee...
View ArticleAadaan calaqqisiistuu
Seensa Aadaan calaqqisiistuu maalummaa Uummata tokkooti. Uummatni tokko aadaa isaa keessaa saboota birootti, namoota birootti ykn naannoo birootti mul’ata; ibsama, darbees beekama. Dhugaa ifa galeessa...
View Article