Quantcast
Channel: OROMP4 Studio
Viewing all articles
Browse latest Browse all 117

Jechoota Safuu

$
0
0

Jechoota Safuu

  • Oromoon manni yoo gubate manni gubate hin jedhanni gabbate jedha malee.

  • Oromoon dubartii takka yoo ulfoofte dubartiin ulfoofte hin jedhu garaatti hafe jedha malee.

  • Nama dubartii nama biraa gudeede irratti qabame tokko gudeede hin jedhan hammate jedhan malee.

  • Jaarsa dogoggoreen doggorte hin jennu hin mucucattan jennaa.
    Daa’immni takka yoo dute, duute hi jedhamu ni deebite jedhama.

  • Oromoon saree maraate takkan maraate hin jedhuun waan saree kaastee jedhuun.

  • Oromoon dubartiin yoo ulfi irraa jige garaa gahee hin jehan irraa bahe jedhu.

  • Oromoon daa’ima battaluma dhalattee duuteen hin duute hin jedhu, ni deebite jedha malee.

  • Haati ilma naafa deesse nafa koo hin jettu bittirrisaa ykn sirrigaa kiyya jettiin.
    Namni yoo deege deege hin jedhaniin garuu ulee darbe jedhu.

  • Oromoon nama qaroo dhabeeyyi ta’e tokkoon ballaa hin jedhaan qara jedhaan.

  • Daa’imni tokko ibbidi gube hin hin jedhamu daaraatu dhaye jedhaan.

  • Nama tokko budaan yoo nyaatte, hawaasni Oromoo garuu budaan nyaatte hin jedhu, ijatu arge jedhaan.

  • Oromoon manni gubate hin jedhu bishaantu keessa yaa’e jedha

  • Oromoon saree ni guddifna hin jedhu ni xiffeessina jedha.

  • Hindaaqqoo cuuccitti yoo dhufan dhumaa dhumaa jedhama malee guddadhaa hin jedhamu.

  • Shamarran durbummaa hin qabneen oromoon durbummaa hin qabdu hin jedhuun “uumaa dhabde” jedhaan.


Viewing all articles
Browse latest Browse all 117

Trending Articles


Raayyaa abbaa Maccaa Part 1


IBSA IJANNOO KALLACHA WALABUMMAA OROMIYAA (KWO)


Namni ija takka qabu cirrachaan hin taphatu!


Jechoota Safuu


OROMUMMAA -> SABBOONUMMAA -> WAREEGAMA -> WALABUMMAA -> OROMOO


MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA :Kutaa 3ffaa


What is Cancer? - Oromo


WALALOO HAALA YEROO


Abbaa Gadaa Dabbasaa Guyyoo


Waaltina Afaanii!


seena elemoo qilxuu


AFAAN OROMOO


Mootummoota Oromiyaa durii keessaa



<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>